Fana: At a Speed of Life!

Piriimayeer Liigii Ingilaandiin har’a taphni Liivar Puulii fi Cheelsii gidduutti taphatamu ni eegama

Finfinnee, Amajjii 13, 2015 (FBC) – Piriimayeer Liigii Ingilaandiin har’a taphni Liivar Puulii fi Cheelsii gidduutti sa’aatii 9:30 eegalee taphatamu ni eegama.

Piriimayeer liigichaan har’a taphoonni 6 kan taphatamu yoo ta’uu, taphni Liivar Puulii fi Cheelsii gidduutti taphatamu xiyyeeffannoo argateera.

Taphoota torbee kanaan taphni boru sa’aatii 1:30 jalqabee kanneen Waancaaf falmachaa jiran Arsenaalii fi Maanchiisteer Yuunaayitiid giddutti taphatamus tapha si’oominaan eegamaa jiruudha.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.