Fana: At a Speed of Life!

Poolisiin Federaalaa haala waqtaawaa biyyaarratti komishinaroota poolisii naannoo waliin yaa’ii aaddaa aariifachisaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Poolisiin Federaalaa Ityoophiyaa  haala waqtaawaa biyyaarratti komishinaroota poolisii naannoo waliin yaa’ii aaddaa aariifachisaa gaggeessaa jira.

Waamicha biyyummaa dhiyaatee hordofee kutaa biyyaa hundaatti kan argaman miseensoonni poolisii raayyaa ittisaa cinaa dhaabbachuun aarsaa kaffalaa jiraachuu Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Ityoophiyaa Dammalaash G/Mikaa’eel himaniiru.

Akka EBCn gabaaseetti marichi poolisiin ergama biyyummaasaa caalmaan haalaa cimsuun dandeessusuurratti xiyyeeffateera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.