Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Isaayyaas Afawarqiin gara Sudaan imalan

Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqiin daawwannaa hojii guyyoota 2f gara Sudaan imalaniiru.

Jilli preezdaantichaan durfamuu Ministira dhimma alaa Oosmaan Saaleehii fi gorsa preezdantichaa Yamaan Gabra’aab akka argaman obbo Yamaan Gabramasqaal fuula Twiitaraa isaaniin ibsaniiru.

Preezdaantichi turtii isaanii Sudaanitti taasisaniin dhimmoota garaagaraarratti aanga’oota olaanoo biyyatti waliin ni mari’atuun eegamaa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;https://www.facebook.com/fanabroadcasting

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.