Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Museeveeniin sirna waadaa galuu raawwatan

Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Ugaandaa Yoweerii Kaaguutaa Museeveeniin waggoota itti aanaan jahaaf Ugaandaa bulchuuf har’a ifatti sirna waadaa galuu raawwataniiru.
Museeveeniin Filannoo biyyattii Baatii Amajjii gaggeeffameen sagalee olaanaa argachuun injifachuun isaanii kan yaadatamuudha.
Guyyaa har’a bakka Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee dabalatee hoggantoonni olaanoon biyyoota garaagaraa argamaniitti sirna waadaa galuu raawwataniiru.
Ayyaanichaaf sababa sodaa nageenyaaf eeggumsi cimaan taasiifamaa turee ibsameera.
Guyyaa kaleessaa namoonni ayyaanicha jeequuf qophiirra turan 40 ol to’annoo jala ooluu Poolisiin biyyattii beeksiiseera.
Maddi:-BBC
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.