Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq Ayyaanni Iid Alfaxiir waggaa 1443ffaa sababeeffachuu hordoftoota Amantaa Islaamaa waliin maaddii qooddatan

Finfinnee, Eebila 22, 2014 (FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ayyaanni Iid Alfaxiir waggaa 1443ffaa sababeeffachuun hordoftoota Amantaa Islaamaa waliin maaddii qooddataniiru.

Preezdaant Saahilawarq kutaa magaalaa Qiirqoos aanaa 7tti argamuun hawaasa musiliimaa harka qalleeyyii waliin maaddii qooddataniiru.

Sirna maaddii qooduu kanarratti Preezdaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaa Dursaa Muftii Hajii Umar Idiriis argamaniiru.

Preezdaant Saahilawarq saganticharratti hordoftoota amantichaa fi ummata Ityoophiyaa maraaf ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.