Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq ergaa ayyaana Cuuphaan baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (FBC ) – Preezdaantiin FDRI Saahilawrq Zawdeen hordooftoota amantaa kiristiyaanaa fi ummata Ityoophiyaa maraan baga Ayyaana Cuuphaan isin ga’e jedhaniiru.

Preezdaant Saahilawarq Ayyaanni Cuuphaa Hordoftootaa amantaa Kiristiyaanaa maraaf ayyaana gaarii akka ta’u hawwii qaban ibsaniiru.

Wayita ayyaanicha kabajan weerara vaayrasii koroonaaf of eeggannoo cimaa akka taasiisan dhaamaniiru.

Ayyaana Cuuphaa wayita kabajnu Lammiilee daaggarsa barbaadan yaadachuun kabajuu qabna jedhan.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.