Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq Ugaandaa galan

Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen sirna waadaa galuu Preezdaantii Ugaandaa Yooweerii Kaaguutaa Museeveeniirratti hirmaachuuf Ugaandaa galaniiru.
Preezdaanti Saahilawarq Wayita biyyattii ga’an hoggantoota mootummaa olaanaa biyyattiin simatamuu isaanii ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni agarsiisa.
Preezdaantoonni biyyoota Afrikaa hedduun sirnicharratti hirmaachuuf Ugaandaa galanuu isaanii Preezdaantiin Ugaandaa Yooweerii Kaaguutaa Museeveeniin Fuula Tiwiitarii isaaniin ibsaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.