Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq Zawdee daawwannaa hojiif Jibuutii galan

Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)-Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee daawwannaa hojiif Jibuutii galaniiru.
Preezdaant Saahilawarq, preezdaant Jibuutii Ismaa’eel Omaar Gillee waliin hariiroo biyyoota lamaanii fi haala waqtaawaa Ityoophiyaa irratti ni mari’atuun eegama.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.