Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq Zawdee raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen baga gammaddan jedhan

Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC0- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee raayyaan ittisa biyyaa injifannoo gonfateen baga gammaddan jedhaniiru.

Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee Raayyaan Ittisa Biyyaa wareegama qaalii kaffaluun kabaja nu goonfachiiseef uummanni Ityoophiyaa hundi baga gammaddanii, baga gammannee jechuun ergaa isaanii dabarsaniru.

Boqonnaan olaantummaa seeraa kabachiisuu injifannoon goolabameeras jedhaniiru.

Fuuldurattis hojiin cimaan akka nu eeggatu ammoo dagachuu hin qabnu dhaamaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.