Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq Zawdeen muudama ambaasaaddarrumma laatan

Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen muudama ambaasaaddara gutuu fi ambaasaaddarumma laataniiru.
Haaluma kanaan:-
1. Aadde Dammituu Hambisaa Boonsaa
2. Jeneraal Adam Mohaammad
3. Obbo Leencoo Ayyalaa Baatii
4. Obbo Hadaraa Abarraa Adimaasuu
5. Obbo Naabii Mahaadi Abdullaahii fi
6. Obbo Malaakuu Laggasaa Adimaasuutif ambaasaaddarumma guutuun laataniiru.
Akkasumaas obbo Ishatee Waldayeesin ambaasaaddarummaan muudamuu waajjirri preezdaantii FDRI ibseera.
Maddi:-TOI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.