Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq Zawdeen preezdaantii Fiinlaand waliin bilbilaan mari’atan

Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (FBC ) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen preezdaantii Fiinlaand Saa’uulii Niinistoo waliin bilbilaan mari’ataniiru.

Marii bu’aa qabeessa taasiisuu isaanii ibsameera.

Haala naannoo Tigraayii fi gaanfaa Afrikaarratti marii taasiisuu preezdaant Saahilawarq ibsaniiru.

Dhimmoota hariiroo waloo cimsuu danda’anirrattis mari’achuu ibsaniiru.

Preezdaantiin Fiinlaand Saa’uulii Niinistoo bara darbee Ityoophiyaatti daawwannaa taasiisuu isaanii kan yaadatamuudha.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.