Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq Zawdeen Preezdaantii Intarpiis waliin mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilewarq Zawdeen Preezdaantii Intarpiis Iskoot Weebar waliin Ityoophiyaatti Proojektiiwwan ijaarsa nageenyaa waaraa fiduuf taasisanirratti waliin Marii’ataniiru.

Marichaan Preeidaant Saahilewarq nageenyi waaraan dhufuu kan danda’u uummataan ta’uu ibsaniiru.

Sadarkaa naannootti yaaliiwwan hojiilee gama jaarsummaa hojjetamanii fi ijaarsa nageenyaa dhugoomsuuf ga’ee dubartootaa dabaluuf deeggarsa gochuun barbaachisaa ta’uu ibsuu isaanii ragaan Waajjira Preezdaantii FDRI irraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.