Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Shimallis Proojektoota magaalaa Adaamaatti hojjetamaa jiran daawwatan

Finfinnee, Amajjii 13, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Proojektoota misoomaa magaalaa Adaamaatti hojjetamaa jiran daawwataniiru.
Sagantaa daawwannaa kanarratti hoggantoonni mootummaa naannichaa olaanoon hirmaachuu himameera.
Gamaaggamni raawwii hojii mootummaa fi paartii Badhaadhinaa naannichaa magaalaa Adaamaatti eegalamuun kan yaadatamuudha.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.