Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Yuuweerii Muuseeveeniin Ministiroora 31f muudama haaraa laatan

Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Ugaandaa Yuuweerii Muuseeveeniin Ministiroora 31f muudama haaraa laataniiru.
Preezdaant Yuuweerii Muuseeveeniin miseensota kaaninee haaraa 81 ifoomsaniiru.
Preezdaantichi muudama Ministiroota 31 fi Deettaawwan 50 ifa taasiisaniiru.
Kaabinoota haaraa muudaman keessaa 10 ol kan ta’an dubartoota ta’uu himameera.
Ministiroonni fi Kaabinoonni duraanii hedduun isaanii muudama haaraa kana keessatti hin hammatamne jedhame.
Maddi:-BBC
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.