Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Yuweerii Museeveeniin filannoo Yuugaandaa bara Faranjootaa 2021 injifatan

Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)- Filannoo Preezdaantummaa Yuugaandaa kamisa darbe gaggeeffameen preezdaantiin biyyatti Yuweerii Kagutaa Museeveenii sagalee kenname keessaa % 58.64 argachuun mo’achuu isaa Komishiniin Filannoo biyyattii beeksiseera.
Yuweerii Museeveeniin waggaa 35 biyyattii kan bulchan yoo ta’u, filannoo miilana mo’atan kanaan waggaa5 dabalatanii waggaa 40f preezdaantii biyyattii ta’u jechuudha.
Maddi:-BBC
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.