Fana: At a Speed of Life!

Preezdaanti Saahlawarqi Zawdee naannoo Tigiraayii fi Godina Matakkalitti lammiilee miidhamaniif Birrii kuma 50 deeggarsa taasisan

Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC) – Preezdaanti Saahlawarqi Zawdee naannoo Tigiraayii fi Godina Matakkalitti lammiilee miidhamaniif Birrii kuma 50 deeggarsa taasisaniiru.
Preezdaanti Saahilawarqi walitti qabaan koree deeggarsaa Taamanyi Bayyanaa waliin mari’ataniiru.
Preezdaanti Saahlawarqi Zawdee wayita kana dhuunfaan naannoo Tigiraayii fi Godina Matakkalitti lammiilee miidhamaniif Birrii kuma 50 deeggarsa taasisaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.