Fana: At a Speed of Life!

Preezdaantiin Gibts guyyaa boruu Sudaan kibbaatti daawwannaa ni taasisu

Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) –Preezdaantiin Gibts Abdul Fataah Al Siisii guyyaa boruu Sudaan Kibbaatti daawwannaa akka taasisan ibsame.

Preezdaantichi preezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir waliin ni mari’atu jedhameera.

Aanga’oonni lameen dhimmoota hariiroo biyyoota lameenii cimsuun danda’amurratti ni mari’atus jedhameera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.