Fana: At a Speed of Life!

Preezdaantiin Haaytii Jeevaaneel Mooysee ajjeefaman

Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Haaytii Jeevaaneel Mooysee har’a humna hidhattootaan ajjeefamaniiru.

Preezdaantiichi mana jireenyaasaanii keessaatti hidhattootaan ajjeefamuun isaanii beekameera.

Giiftii dureen biyyichaa duraanis halleellaan miidhaan kan irra gahee ta’uu, Muummeen Ministraa yeroo biyyatti Kilaawudee Jooseef himaniiru.

Preezdaant Jeevaaneel Mooysee akka lakkoofsa Faranjoota 2017tti ture gara aangootti kan dhufan.

Maddi:-BBC

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.