Fana: At a Speed of Life!

Preezdaantiin Koree Waldaa Fannoo Diimaa idil addunyaa Finfinnee galan

Finfinnee, Onkololeessaa 15, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Koree Waldaa Fannoo Diimaa Idil Addunyaa Piitar Maawurariin daawwannaa hojii guyyoota 3’f Finfinnee galaniiru.

Preezdaantichi turtii isaaniin hoggantoota mootummaa olaanoo waliin kan mari’atan ta’uu himameera.

Akkasumas hoggantoota Waldaa Fannoo Diimaa Ityophiyaa fi hoggantoota Komishinii Gamtaa Afrikaa waliin dhimmoota garaagaraatti ni mari’ataan eegama.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.