Fana: At a Speed of Life!

Preezdaantiin Saahilawarq qabxii Olompiikii Tookiyoorratti argameef erga baga gammaddanii dabarsan

Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee Olompikii Tookiyoo irratti Ityoophiyaan warqee isa jalqabaa fiigicha meetira 10,000 Salamoon Baaraggaan argameen erga baga gammadanii dabarsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.