Fana: At a Speed of Life!

Priimeyar liigichaan magaalaa Hawaasaa Hadiyyaa Hoosa’iinaan 3 fi 0 injifate

Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC)- Beetkiingii Priimeyar Liigii Ityoophiyaatin magaalaa Hawaasaa Hadiyyaa Hoosa’iinaan 3 fi 0 injifateera.

Hayiddaa Hoosa’iinaan komii miindaa waliin walqabsiisee taphattoonni Finfinneerraa gara Hawaasaa imalaa osoo jiranii hafuun gareen isaa osoo hin guutiin taphicha gaggeessera.

Goolii magaalaan Hawaasaa ittin injifatee Masfiin Tasfaa 2 fi Efreem Ashaamoo 1 lakkoofsisaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.