Fana: At a Speed of Life!

Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 13ffaan Bunni Ityoophiyaa Walqixxee injifate

Finfinnee, Gurraandhala 23, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 13ffaan Bunni Ityoophiyaa Magaalaa Walqixxee goolii 2 fi 1 injifatameera.
Tapha har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Bahaar daaritti gaggeeffameen Bunni Ityoophiyaa magaalaa Walqixxee goolii 2 fi 1n injifateera.
Gareen lameen Injifannoo Adwaa waggaa 125ffaa yaadachuun tapha isaanii kan jalqaban yoo ta’u, Bunni Ityoophiyaa injifachuun morkii Waancaa isaa cimsateera.
Liigicha kilabiin magaalaa Faasiil qabxii 32 yoo dursu, Bunni Ityoophiyaa qabxii 27niin sadarkaa 2ffaarrattin argama.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.