Fana: At a Speed of Life!

Proojektiin Addabaabayii Masqalaa boru ni eebbifama jedhame

Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC) – Birrii biiliyoona 2.6 kan ijaarrame Proojektiin Addabaabayii Masqalaa boru ni eebbifama jedhame.

Proojektichi ijaarsa daandii hand Mana qopheessaa magaalaa Finfinneetti jiru kan hammate ta’uu ibsameera.

Ijaarsi proojektichaa waggaa tokko keessatti kan xummurame ta’uu hojii gaggeessan proojektoota gurguddaa magaalaa Finfinnee Injiinar Shimallis Isheetuun ibsaniiru.

Proojektiin Addabaabayii Masqalaa lafa jalatti konkolaattoota kuma 1 fi 400 keessummeessuu danda’a jedhame.

Maddi:- TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.