Fana: At a Speed of Life!

Q/goorgisii fi Adaamaan qixa ba’an

Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) – Q/goorgisii fi Adaamaan qixa ba’an.
 
Taphni priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 15ffaa har’a gaggeeffameera.
 
Tapha tokkicha gaggeeffameen Adaamaa fi Q/goorgiis galchii malee qixa ba’aniiru.
 
Taphichi Istaadiyamii Finfinneetti gaggeeffame.
 
Tapha kaleessatiin Faasiilii fi Maqalee 70 Indartaan injifatamaniiru.
 
Q/goorgiis qabxii 28, Faasiil 26, Maqalee 70 Indartaan 25 priimiyar liigicha duursaa jiru.
 
Yuunvarsiitiin Walwaaloo Addigiraat, Dirree Dawaa fi Hadiyyaa Hoossaa’inaan sadarkaa gadaanurratti argamu.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.