Fana: At a Speed of Life!

Qaamoleen Ityoophiyaan akka Yuugozlaaviyaa ni diigamti jedhan dogoggora- Tiboor Naazhii

Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Qaamoleen Ityoophiyaan akka Yuugozlaaviyaa ni diigamtii jedhan dogoggora jechuun Ministeera Dhimma alaa Ameerikaatti itti aanaan dhimmoota Afrikaa duranii Tiiboor Naazhii ibsan.

Tiiboor Naazhii dhimmicha ilaalchisee barreeffama fuula Twiitara isaaniirratti bareessaniin, qaamoleen Ityoophiyaan akka Yuugozlaaviyaa ni diigamtii jedhan dogoggoraaniiru jedhan.

Yuugozlaaviyaan injifattoota lolaa addunyaa tokkoffaan biyyaa hondooftee ta’u kan kaasaan Tiiboor Naazhii, Ityoophiyaan inumaa qormaataa ishee mudatee injifachuu keessaa ni dabarti jedhaniiru.

Kanarra darbees Ityoophiyaan biyya baroota dheeraa lakkofsistee ta’uushee ibsaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.