Fana: At a Speed of Life!

Qabeenya kuufamaa qabnu gara abdii qabatamaatti  jijjiiruun hojii murannooti – Dooktar Abiy

Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) – Qabeenya kuufamaa qabnu gara abdii qabatamaatti jijjiiruun hojii murannooti jedhan Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Naannawaa keenya carraalee hedduutu jira jedhan Fuula Feesbuukii isaaniin.

Kanneen keessa Paarkiin Biyyaalessaa Awaash isa tokko ta’uu ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.