Fana: At a Speed of Life!

Qorattoonni hawaa Chaayinaa sadii ergamasaanii baatii sadii xumuruun deebi’an

Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC)- Qorattoonni hawaa Chaayinaa sadii ergamaasaanii baatii sadii xumuruun deebi’aniiru.

Lammiileen gara hawaatti ergaman Nii Haaysheent, Liiyoo Boomiingii fi Taang Hunguuboo jedhamaan qorattoota hawwaati jedhameera.

Mankuraakuriin hawaa argataniis Sheenzuu -12 akka jedhamuus beekameera.

Mankuraakuriin kun bulchiinsa Chaayinaa Kaabaa bulchiinsa  Moongooliyaa Raas buufata Doongafeeng nagaan gahuun isaa beekameera.

Qorattoonni hawaa sadeen kunneen bara Faranjoota Waxabajjii 17, 2021 ergamaaniiru jedhameera.

Maddi:-CGTN

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.