Fana: At a Speed of Life!

Qorichoonnii fi meeshaaleen yaalaa gareen ABUT dhaabbilee fayyaarraa saamuun dhoksee ture to’atame

Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC) –Qorichoonnii fi meeshaaleen yaalaa gareen ABUT dhaabbilee fayyaarraa saamuun dhoksee ture to’atamuu Qajeelchi Raayyaa Ittisaa beeksiise.

Qorichoonnii fi meeshaaleen yaalaa kunneen Loojistiiksii Hospitaala Meedikaalii Izzii Kaabaarraa kan saamame ta’uu ibsameera.

Qorichoonnii fi meeshaaleen yaalaa kun Gammoojji Tambeen iddoo addaa Guuroorroo jedhamee waamamuttim too’atamuu himameera.
Maddi:- TOI

Sakattoo Raayyaan Ittisa Biyyaa taasiiseen to’atamuu itti gaafatamaan Qajeelcha Fayyaa Izzii Lixaa Kolooneen Tasfaayee Kaffayaalew ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.