Fana: At a Speed of Life!

Qormaanni kutaa 12ffaa bara 2013 walakkaa Onkololeessaatti ni laatama

Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)- Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2013 walakkaa Onkololeessaatti kan laatamuu ta’uu Eejansiin Madaallii fi Qormaata Biyyaalessaa beeksise.

Daayreektarri olaanaan Eejensichaa Dooktar Delaamoo Otooree dhimicha ilaalchisee ibsa laataniin qoramaatichaaf barattoonni kumni 620 galmaa’uu himaniiru.

Haala waqtaawaa biyyaaf qormaatichi barattoota naannoo Tigraayitti argaman hin ilaallatuu jedhaniiru.

Guyyaa qormaaticha murteessuuf barsiisootaa fi barattootaa dabalatee qaamoleen hundi marii taasisuu daayreektarichi ibsaniiru.

Tigist Abrihaamtu gabaase
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.