Fana: At a Speed of Life!

Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa bulchiinsa magaalaa finfinnee Sadaasa 24-25, 2013 kennama

Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) –Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa bulchiinsa magaalaa finfinnee Sadaasa 24-25, 2013 kennama.
 
Biiroon Barnootaa Bulchiinsa magaalaa finfiinee Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa Sadaasa 24-25, 2013 akka kennamu ibseera.
 
Biirichi barattoonni guyyoota eerametti buufata qormaataatti argamuun qormaata akka fudhatan beeksiseera.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
 
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.