Fana: At a Speed of Life!

Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa magaalaa Finfinnee kennamuu eegale

Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Qormaanni naannoo Kutaa 8ffaa magaalaa Finfinnee kennamuu eegaleera.
Barattoonni kumni 76 ol buufataalee qormaataa 174 irratti qormaata kana fudhachaa jiraachuu ibsameera.
Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa magaalaa Finfinnee kun hanga Wajabajjii 25, 2013tti kan laatamu ta’uu Biiroon Barnootaa magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.