Fana: At a Speed of Life!

Raashiyaa fi Yuukreen marii nageenyaa boruu onlaayiniin itti fufuufi

Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Raashiyaa fi Yuukreen marii nageenyaasaanii boruu onlaayiniin itti fufuufi.

Mariisisaan Yuukreen Deeviid Arkaamiiyaa biyyoonni lameen Turkiitti marii bu’a qabeessaa gaggeessuu isaanii yaadachiisuun, guyyaa boruu ammoo marichi kallattiin (Online) itti fufuu jedhaniiru.

Yuukreen hoggantoonni biyyoota lamaanii wal arguun biyyaa itti mari’ataan ilaalchisee yaada dhiyeessuushee beeksisaniiru.

Yaata’u malee gama Raashiyaatin wixinee waliigaltee biyyootarratti hojii dabalataa hojjechuu akka qabduu deebiin laatamuu eeraniiru.

Gama biraatiinis Raashiyaan Maariipuulitti har’arraa eegalee hojiirra kan oolchituu dhukaasa dhaabuu ifoomstiteetti.

Dhukaasa dhaabuun lammiilee nagaa naannawaa waraanaarra baasuuf kan gargaruu ta’uu Ministeerri Raayyaa Ittisaa Raashiyaa Beeksisuu CGTN gabaaseera.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.