Fana: At a Speed of Life!

Raayyaan ittisa biyyaa haleellawwan qilleensarraa milkiin raawwachuu ibsame

Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC) – Raayyaan ittisa biyyaa haleellawwan qilleensarraa iddoolee fuulleffannoottti milkiin raawwachuu beeksiise.

Raayyaan ittisa biyyaa haleellawwan qilleensarraa iddoolee fuullaffataman kanneen akka buufataalee oomisha meeshaalee waraanaa fi suphaa garee ABUT irratti qofaa ta’uu ibsameera.

Qulqulleessi Labsii Yeroo Ariifachiisaa ibsa baaseen, raayyaan ittisa biyyaa haleellaawwan raawwatee hordofe hubannoon burjaja’aan jiraatuus, faallaasaan ammoo haleellawwan kunneen iddoolee itti fuullaffatametti milkiin raawwachuu ibseera.

Haleellawwan kunneen gareen shororkeessaa ABUT meeshaalee waraanaa jajjaboo fi meeshaalee waraanaa seeraan alaa biroo dhoksuuf kan itti fayyadamurratti kan xiyyeeffate ta’uu ibsameera.

Iddoowwan murtaa’oo waraanaaf itti fayyadamuuf faayidaan alaa taasisuuf kan kaayyeeffateedha.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.