Fana: At a Speed of Life!

Raayyaan Ittisa Biyyaa magaalaa Idaagaa Hamusii too’ate

Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa daandii Addigraatii gara Maqalee fudhaturratti kan argamtu magaalaa Idaagaa Hamusii too’achuu ibsame.
Raayyaan Ittisaa magaalaa Maqalee too’achuuf imalaa jiraachuu eerrameera.
Raayyaan Ittisa Biyyaa duula gaggeessaa jiruun tibbana magaalota akka Shireen, Aksum, Adwaa fi Addigraat
too’achuun isaa kan yaadatamuudha.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.