Fana: At a Speed of Life!

Raayyaan Ittisaa gaarreen naannawaa Burqaa fi Baatii to’ate

Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC) – Raayyaan Ittisaa gaarreen naannawaa Burqaa fi Baatii to’achuun gara Baatiitti imalaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii mootummaa beeksise.

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad duula birmadummaa biyyaa hoogganuun daangaan ga’uuf haaluma waadaa galaniin adda waraanatti argamuun injifannoo galmeessaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii mootummaa ibseera.

Raayyaan Ittisaa karaa Afaar adda Cifiraan magaalaa Cifiraa fi naannawaa bilisoomsuun imala isaa gara fuulduraa itti fufuu Tajaajilli Kominikeeshinii mootummaa ibseera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.