Fana: At a Speed of Life!

Rakaboota dheeraa Jimmaa

Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Jimmaatti Rakaboonni Shiinii kuma 3 hanga kuma 9 qabachuu danda’u qophaa’e.

Rakabootichi bubuqqaa’aa yoo ta’u, haala bulchiinsa shanan Gibee ibsuun kan qophaa’e ta’uu ibsameera.

Bal’achuu fi dhiphachuu danda’a jedhame.

Bal’inni isaa meetira 2.4 yoo ta’u, haala barbaaddameen dheerachuu fi gabaabbachuu kan danda’u ta’uu himameera.

Fakkii Mootii Jimmaa Abbaa Jifaarii fi aadaa fi Seenaa Jimmaa haala ibsuun qophaa’uu eerameera.

Rakabootichi shiinii hedduun qabachuun Ityoophiyaa fi addunyarratti isa jalqabaa ta’uu danda’a jedhameera.

Muktaar Xahaatu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.