Fana: At a Speed of Life!

Ramaddiin ambaasaaddarootaa ifoome

Finfinnee, Bitootessa 17,2012(FBC) – Ramaddiin ambaasaaddarootaa ifoome.
 
Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Gurraandhala 24,2012 muudama ambaasaaddaroota 15 ifoomsun isaanii ni yaadatama.
 
Haaluma kanaan har’a bakki ramaddii isaanii ifoomera.
 
Ambaasaaddaroota guutuu;
1. Biraanuu Tsaggaayee; Awustiraaliyaa Kaanbeerii
2. Yaalam Tsaggaay; Kuubaa Haavaanaa
3. Hiiruut Zammanaa; Beeljiyam Braasals
4. Dooktar Maarqoos Taklee; Gibts Kaayroo
5. Baacaa Giinaa; Moorookoo Raabaat
6. Yibalxaal Aa’imiroo; Suudaan Kaartuum
7. Mihirata’aab Mulgeetaa; Eertiraa Asmaraa
8. Nabiyaat Geetaachaw; Aljeeriyaa Aljars
9. Tafarii Mallasaa; Ingiliiz Landan
 
Ambaasaaddaroota;
1. Adgoo Amsaayyaa; Swiidiin Stookoolmitti itti aanaa hogganaa miisiyoonaa
2. Jamaal Bakaree; Baahireen Maanaamaatti qoontsilaa janaraala
3. Abduu Yaasiin; Saawdii Arabiyaa Jiddaatti qoontsilaa janaraala
4. Laggasaa Garramaw; Kaanaadaa Ootaawaatti qoontsilaa janaraala
5. Iyyarusaaleem Amdamaariyaam; Emmireetota Arabaa Gamtooman Duubaayitti qoontsilaa janaraala
6. Shibbiruu Maammoo; Ameerikaa Minesoottatti qoontsilaa janaraala ta’uun ramadamaniiru.
 
Ambaasaaddaroonni kanneenis dhiyeenya ulaagaa barbaachisu guutuun gara ramaddii isaaniitti ni bobba’u.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.