Fana: At a Speed of Life!

Roonaaldoon Maanchisteer Yuunaayitiiditti makamuuf waliigalee

Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Kiristiyaanoo Roonaaldoon Maanchisteer Yuunaayitiidiif mallatteessuuf waliigaleera.

Taphataan sarara fuulduraa garee biyyaalessa Poorchugaalii fi kilaba Xaaliyaanii Juuveentus Maanchiisteera Siitiif ni mallatteessan osoo eegamuu Maanchisteer Yuunaayitiidiif malleessuuf waliigaluu dhaga’ameera.

Yuunaayitii ga’eesa umrii wagga 36 fi badhaafamaa Baaloondoorii yeroo 5 kanaaf Paawundii miiliyoona 12.8 kaffaluuf waliigaleera.

Roonaaldoon ammaan dura Olditiraafoorditti taasiisen taphoota 292 taphateen goolii 118 galchuu danda’eera.

Maddi:- BBC

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.