Fana: At a Speed of Life!

Sadarkaa FIFAn baatii kana baaseen gareen biyyaalessa Ityoophiyaa sadarkaa lama gadi bu’e

Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Sadarkaa garee Biyyaalessaa biyyoota addunyaa FIFAn baatii kana baaseen gareen biyyaalessa Ityoophiyaa sadarkaa lama gadi bu’eera.
Baatiwwan hedduuf addunyaarraa sadarkaa 1ffaarra kan turte Beeljiyeem Biraaziliin caallamuun sadarkaa 2ffaatti gadi buuteerti.
Faransaayaa sadarkaa 3ffaa qabatteerti.
Afrikaarraa ammoo Seeneegaala 20ffaa, Moorokoon 24ffa, Naayijeeriyaan sadarkaa 30ffaa qabataniiru.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa sadarkaa 138ffaarraa gara 140tti gadi ba’eera.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.