Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan Afxiraa guddichi daandirraa Finfinneetti gaggeeffame karaa nagaan xumurame – Humna Waloo Nageenya

Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) –Sagantaan Afxiraa guddichi daandirraa Finfinneetti gaggeeffame karaa nagaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa Federaalaa beeksise.

Sagantaan Afxiraa guddichi magaalaa Finfinnee Daandirratti gaggeeffame rakkoo tokko malee karaa nagaan xumuramuu humni waloo kun ibsa laateen himeera.

Sagantichi karaa nagaan akka xumuramu qaamolee gumaacha taasiisan hunda galateeffateera.

Jiraattoonnj magaalaa Finfinnee duudhaa waliin jireenyaa baroota dheeraaf eeguu ture cimsuu itti fufuu akka qabu gaafateera.

Yeroo itti aanus ummanni magaalichaa nageenya magaalichaa waaraan mirkaneessuuf itti gaafatamummaa isaa akka ba’u waamicha dhiyeesseera.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.