Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan baniinsa Shaampiyoonaa Ispoortii Goolfii Afrikaa Zoonii 4ffaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Sagantaan baniinsaa Shaampiyoonaa Ispoortii Goolfii Afrikaa Zoonii 4ffaa Kilaba Goolfii Raayyaa Ittisaa keessatti gaggeeffamaa jira.

Ministirri Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaa, Ministir Deetaan Ministeera Aadaa fi Ispoortii Ambaasaaddar Masfin Charannat dabalatee keessummoonni waamichi taasiifameefii fi maatiin taphattoota goolfii sirnicharratti argamaniiru.

Shaampiyoonaan kun har’aa eegalee hanga Waxabajjii 4, 2015ttikan gaggeeffamu ta’uu eerameera.

Hanga ammaatti biyyoonni Afrikaa shan dorgommicharratti hirmaachuuf Finfinnee seenuu isaanii ragaan Ministeera Aadaa fi Ispoortiirraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.