Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan Baniinsaa Paaraa Olompikii Tookiyoo bara 2020 gaggeeffame

Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Sagantaan baniinsa Paaraa Olompikii Tookiyoo Bar 2020 sirnoora garaagaraan gaggeeffame.
 
Jilli garee Ispoortii Paaraa Olompikii Biyyaalessa Ityoophiyaa sagantaa baniinsaa kanarratti hirmaachuu ragaan Waajjirra Koree Olompikii Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.
 
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.