Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan fooyya’iinsa Ekisteenshinii Fayyaa ifoome

Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Sagantaa fooyya’iinsa Ekisteenshinii Fayyaa ifoomsaniiru.
Sagantaan kun bara 2013 hanga 2027tti hojiira kan oolu ta’uu obbo Dammaqaan Fuula Tiwiitarii isaaniin ibsaniiru.
Fooyya’iinsi taasiifame uwwisa tajaajila fayyaa hunda galeessa mirkaneessuuf kan gargaaru akka ta’e eeraniiru.
Saganticha milkeessuuf hoggansi sadarkaan jiru deeggarsa barbaachisu akka taasiisu yaadachiisaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.