Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan Nyaata Addunyaa naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsi barbaachiisuuf deeggarsa taasisuu cimsee akka itti fufuu ibse

Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Daayreektarri olaanaan sagantaa nyaata addunyaa Deeviid Biisliin naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsi barbaachiisuuf deeggarsa taasisuu cimsee akka itti fufuu beeksisaniiru.
Deeviid Biisliin Muummee Ministira Dooktar Abiy waliin marii erga taasisanii booda naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsii barbaachiisuuf deeggarsa taasisuu cimsee akka itti fufuu kan ibsan.
Kana waliin walqabisiisee deeggarsichaaf Doolarrii Ameerikaa miiliyoonni 107 ni barbaachisaa jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.