Fana: At a Speed of Life!

Seeneetiin Yuunvarsiitii Gondar Digrii Dooktireetii kabajaa Illeenii G/Madiiniif laatee ture haqe

Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Seeneetiin Yuunvarsiitii Gondar Digrii Dooktireetii kabajaa Illeenii G/Madiiniif laatee ture haquuf murteesseera.

Yuunvarsiitichi bara 2005 Illeeniif oomisha gabaa hundeessuu fi oomishuun shooraa olaanaa ba’aataniif Dooktireeti kabajaa laachuufin isaa ni yaadatama.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.