Fana: At a Speed of Life!

Seera qabeessummaa fi sirrii ta’uu meeshalee safartuu madaalaa mirkaneessuuf hojii qulqulleessuu hojjetameen galiin Birrii miiliyoonni 6 ol argame

Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Seera qabeessummaa fi sirrii ta’uu meeshalee safartuu madaalaa mirkaneessuuf hojii qulqulleessuu hojjetameen galiin Birrii miiliyoonni 6 fi kumni dhibbi1 fi kumni 54 fi 358 argamuu Ministeerri Daldalaafi Indastirii beeksisee.

Meeshalee Safartuu Madaalaa biyyaa alaa irraa galanii fi tajaajila adda addaaf oolan seera qabeessummasaanii fi sirrii ta’uu isaanii qulqulleessuuf hojii hojjetameen galiin Birrii miiliyoona 6 fi kuma 100 fi kuma 54fi 358.3 argamuun ibsame.

Galiin kun kan argame bara baajata 2013ti meeshalee Safartuu Madaala miiliyoona 1fi kuma 600 fi kuma 20fi 180 seera qabeessumma fi sirrii ta’uu Bootee dhangala’aa deddeebisuu kuma 2fi 781 irratti hojjetameen ta’uu ragaan  Ministeericharra argamee ni muul’idhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.