Fana: At a Speed of Life!

Seeraa Liyoon bulchaa duraanii biyyattii akka biyyaa hin baane dhorkite

Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC) – Seeraa Liyoon bulchaa duraanii biyyattii akka biyyaa hin baane dhorkite.

Preezdaantiin Seeraa Liyoon duraanii Ernest Bai Koroma fi qondaaltonni kaan bara aangoo isaanii turan yakka malaammaltummaan shakkamaniiti kan ugguraman.

Koroma fi qondaaltonni 100 caalan ammaan tana biyyaa ba’uu hin danda’an.

Qondaaltonni kunneen maallaqa nyaatan akka deebisanii fi qabeenya saaman biroo ilaalchisuun qorannoon itti fufee akka gaggeeffamu biyyattii ibsiteetti.

Maddi:- BBC

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.