Fana: At a Speed of Life!

Shaakalli Qindaa’aa loltummaa har’a Awaash Aarbaatti ilaalle Ityoophiyaan humna waraana hambisu ijaaruu mul’isa – MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) – Shaakalli Qindaa’aa loltummaa har’a Awaash Aarbaatti ilaalle Ityoophiyaan humna waraana hambisu ijaaruu ishee mul’isa jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.

Humni Qilleensaa, Meeshaalee gurguddoo, Humni addaa fi waraanni lafoo shaakala Qindaa’aa loltumma gaggeessaniiru.

Humnoonni guyyaa guyyaan abjuu fi gocha keenya irraa ija keenya akka kaasnu barbaadan waan jiraniif, hojiin qondaaltota waraanaa inni guddaan humna waraana hambisu ijaaruudha jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.