Fana: At a Speed of Life!

Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa umrii waggaa 20 gadii Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiruun Atleetoonni Ityoophiyaa injifatan

 

Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa umrii waggaa 20 gadii Keeniyaan Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiruun fageenya kuma 3 Atleetoonni Ityoophiyaa injifataniiru.

Fiigicha xumuraa har’a dhiiroota gidduutti fageenya kuma 3 gaggeeffameen Atleet Taaddasaa Warquu 1ffaan ba’uun Meedaaliyaa warqee yoo argatu, Alteet Alii Abduulmaan ammoo sadarkaa 2ffaan xumuruu meedaaliyaa Birrii Ityoophiyaaf argamnsiiseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.