Fana: At a Speed of Life!

Shaampiyoonaan Qaxxaamura biyyaa addunyaa 44ffaan waggaa 1 dheerate

Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Sababa weerara vaayrasii koroonaan Shaampiyoonaan Qaxxaamura biyyaa addunyaa 44ffaan waggaa tokkoof dheerachuu Federeeshiniin Atleetiksii Addunyaa beeksiise.

Shaampiyoonaan Qaxxaamura biyyaa addunyaa 44ffaan bara 2022 Awustiraaliyaa magaalaa Trastiitti gaggeeffamuuf karoorfame sababa weerarri vaayrasii koroonaa biyyattiitti hammateef waggaa tokkoof dheerachuun bara Faranjootaa Baatii Gurraandhalaa 2023 akka gaggeeffamu murtaa’uu ragaan Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.